Skip to main content

Maayikil Joordaan Wabii | Navigation menu

NBAKubba KaachooIspoortii


AmeerikaaNBAnYuunivarsiitii Karolaayinaa KaabaaChikaagoo BuulsiSlam Dunk Contestsfoul lineslam dunkbaseballWaashingiten WiizaardisifPlayoffsESPNiinBabe RuthittAsoosheetid PireesNike's Air JordanIspees JaamCharlotte BobcatsKarolaayinaa Kaabaatti












Maayikil Joordaan




From Wikipedia






Jump to navigation
Jump to search




Micheal Jordan


Maayikil Joordaan (Michael Jeffrey Jordan) (bara dhalootaa Guraandhala 17, 1963) kan jedhamu tabataa kubba kaachhoo (basketball) Ameerikaa kan amma taphachu dhabee dha. Ballinan taphatta kubba kaachhoo guddicha jedhame kan beekkamu Jordaan, dhaloota isaa keessatti taba nama dinqisissu kan tabatee fi akkasumas addunyaa keessatti baroota 1980 fi 1990 keessatti NBAn akka beekkamaa ta'u hojii guddaa hojjateera.


Hojii baayyee nama dinquu Yuunivarsiitii Karolaayinaa Kaabaa (University of North Calorina)tti erga hojjatte booda, garee NBA Chikaagoo Buulsi(Chicago Bulls) jedhamani bara 1984tti seene. Akkuma seeneen Joordaan taphataa beekkamaa liigii sunii ta'e, akkasumas qabxii fidu baayyee nama dinquuni daawwatoota dinqisisaa ture. Dandeettii qurrupachu qabu irra kan ka'e Slam Dunk Contests irratti foul line irra quruphatte slam dunk gochu waan danda'uffi Jordaan maqaa "Joordaanii Qilleensaa" (Air Jordan) fi "Qilleensummaa isaa" (His Airness) jedhamu argachu danda'era.
Kan qofa osoo hin ta'in bekkamuma ittisuu yookan kubba deebisuu argateera. Bara 1991tti garee isaa Buulsi wajjin shaampiyonshiippii fudhachuu jalqabe, bara 1992 fi 1993tti walitti aansudhaan Buulsi shaampiyonshiippii fudhachu dandettera. Kuni immo mata duree yeroo sadii wal-gulla mo'achu (three-peat) jedhamu akka argatani warra tasiserra. Onkoloolessa 1993tti Joordaan kubba kaachoo dhiisee baseball taphadha yaada jedhuni ergaa ba'ee boodaa, bara 1995tti Buulsi deebi'ee warra wajjin shaampiyonshiippii saddi kan birra akka nyaatan warra taasiseera. Kunis bara 1996, 1997 fi 1998ttit. Seasonii bara 1995-96 jirru keessatti Buulsiin NBA keessatti tapha 72 mo'achuni rikardii qabachu dandettera. Joordaan ammallee bara 1999 ergaa NBA dhisee bodda debi'e Waashingiten Wiizaardisif bara 2001-03 taphachu danda'era.


Jordan ofiif badhaasa kanneen armaan gadii fudhattera:


  • NBA MVP (Most Valuable Player) shaan.


  • All-NBA first team designation kudhan.


  • All-Defensive first team honors sagal.


  • NBA All-Star game appearance kudhani afur.

  • scoring title kudhan.

  • stealing title sadii.


  • NBA Defensive Player of the Year Award tokko bara 1988t.

Joordaan taba waggaa tokko keessatti tapha irratti keessatti giddu galeessaan 30.1 fi Playoffs kessatti giddu galeessaan 33.4 tapha tokko keessatti qabachuun riikardii qabatee argama. Bara 1999, Joordaan atileetii guddichaa Kaabaa Ameerikaa jaarraa 20ffaa jedhamuni ESPNiin badhaafame, kuni immoo Babe Ruthitt aanee Asoosheetid Pirees (Associated Press) irratti atileetii jaarraa kanaa (athlete of the century) jedhame filatamuun lammaffa irratti argama.


Joordaan daldalaaniis beekkamaa ture. Isniikeroota Nike's Air Jordan jedhaman gurguruun beekkama, isniikeroonni kuni bara 1985tti kan jalqabaman yoo ta'an hanga amma beekkamo dha. Joordaan bara 1996tti fiilmii Ispees Jaam (Space Jam) jedhamu irratti hojjachu danda'erra. Yeroo ammaatti kutaa kubba kaachoo Charlotte Bobcats jedhaman kan Karolaayinaa Kaabaatti argamani keessatti kuttan kan bulchu fi miseensa bulchiinsaa ti.



Wabii |










Retrieved from "https://om.wikipedia.org/w/index.php?title=Maayikil_Joordaan&oldid=25684"










Navigation menu


























(window.RLQ=window.RLQ||[]).push(function()mw.config.set("wgPageParseReport":"limitreport":"cputime":"0.020","walltime":"0.025","ppvisitednodes":"value":25,"limit":1000000,"ppgeneratednodes":"value":0,"limit":1500000,"postexpandincludesize":"value":0,"limit":2097152,"templateargumentsize":"value":0,"limit":2097152,"expansiondepth":"value":2,"limit":40,"expensivefunctioncount":"value":0,"limit":500,"unstrip-depth":"value":0,"limit":20,"unstrip-size":"value":0,"limit":5000000,"entityaccesscount":"value":0,"limit":400,"timingprofile":["100.00% 0.000 1 -total"],"cachereport":"origin":"mw1296","timestamp":"20190228190247","ttl":2592000,"transientcontent":false););"@context":"https://schema.org","@type":"Article","name":"Maayikil Joordaan","url":"https://om.wikipedia.org/wiki/Maayikil_Joordaan","sameAs":"http://www.wikidata.org/entity/Q41421","mainEntity":"http://www.wikidata.org/entity/Q41421","author":"@type":"Organization","name":"Contributors to Wikimedia projects","publisher":"@type":"Organization","name":"Wikimedia Foundation, Inc.","logo":"@type":"ImageObject","url":"https://www.wikimedia.org/static/images/wmf-hor-googpub.png","datePublished":"2007-05-14T05:55:57Z","dateModified":"2014-08-18T13:41:28Z","image":"https://upload.wikimedia.org/wikipedia/commons/8/88/Michael_Jordan.jpg"(window.RLQ=window.RLQ||[]).push(function()mw.config.set("wgBackendResponseTime":136,"wgHostname":"mw1270"););

Popular posts from this blog

Export of reprojected layer from GEE fails Planned maintenance scheduled April 17/18, 2019 at 00:00UTC (8:00pm US/Eastern) Announcing the arrival of Valued Associate #679: Cesar Manara Unicorn Meta Zoo #1: Why another podcast?Iterate over features and years to export images for each feature-yearEarth engine reproject: why does reprojecting a pixel at 30m scale gives me pixels with an area of ~550?Exporting slope raster for entire country in GEEGEE Landsat SR year composite // mask cloud / shadow out w/ other method than quality pixel"export region contains no valid (un-masked) pixels - Google Earth EgineGoogle Earth Engine, how to distinguish between rivers/streams and ponds/lakes in a water maskPython script tool fails when processing rainfall data from Google Earth EngineGoogle Earth Engine Error: Number of pixels requested from Image.load exceeds the maximum allowedCloudfree images in small area from Sentinel-2Using Image exportToDrive in Google Earth Engine?

Crop image to path created in TikZ? Announcing the arrival of Valued Associate #679: Cesar Manara Planned maintenance scheduled April 17/18, 2019 at 00:00UTC (8:00pm US/Eastern)Crop an inserted image?TikZ pictures does not appear in posterImage behind and beyond crop marks?Tikz picture as large as possible on A4 PageTransparency vs image compression dilemmaHow to crop background from image automatically?Image does not cropTikzexternal capturing crop marks when externalizing pgfplots?How to include image path that contains a dollar signCrop image with left size given

Creating closest line along the point''s azimuth using PostgreSQL Planned maintenance scheduled April 17/18, 2019 at 00:00UTC (8:00pm US/Eastern) Announcing the arrival of Valued Associate #679: Cesar Manara Unicorn Meta Zoo #1: Why another podcast?Drawing line between points at specific distance in PostGIS?How to efficiently find the closest point over the dateline?How to find the nearest point by using PostGIS function?PostGIS nearest point with LATERAL JOIN in PostgreSQL 9.3+Creating a table and inserting selected streets using plpgsql functionsCreating a table that stores Distances and other columnSaving select query results (year wise) from PostgreSQL/PostGIS to text filesWhat is the information behind this geometry?How to give start and end vertex ids dynamically in pgr_dijkstra?Point to Polygon nearest distance DS_distance is not using geography index & knn <-> or <#> does not give result in orderLine to point conversion with start point and end point detection?